





Hundi keesan hoogana yoo taatan,eenyuun hoogantu?Rakkoon keesan Hoganummaa malee qabsoo bilisummaa Oromoo akka hin taane agarsiisa?
Hogana qabsoo bilisummaa ta'uun wareegamanii saba bilisoomsuu malee fashin show miti.
Oromo national liberation struggle of the Oromo people against the Abyssinian colonial rule.